Maanguddoon kun Haayiluu Lammaa jedhamu. ‘‘Boonaa, shaallalaa, quufaa Oromoo biyya Arsiitti dhalate” jechuun of waamu. Qonnaafi geerarsaaf jaalala addaa akka qabanis himu. Maanguddoon ganna 76 kun ...