Wiirtuun Kunuunsa Bineensotaa Singaappoor kubulee ykn ilmoon leencaa mala nam-tolcheen sanyii kormaa (semen) qaama wal hormaataa dhalaa keessa kaa'uun dhalate argachuutti gammadeera. Maqaa ilmoo ...
Lammiin Cheek Reppublik mooraa jireenya isaa keessatti leenca jiraachisaa ture ittiin nyaatamee lubbuu dhabe. Mikaa'el Piraaseek horsiisuuf jecha leenca dhaltuu tokkoo fi kormaa kan ganna sagala tahe ...