Minneapolis (MN) – This year’s eclectic cultural celebration in Little Oromia (Minnesota that is) is too colorful and too rich to report on in one piece. Every moment was like an epic plot in a good ...
Ji'i Fulbaanaa kun ji'a Irreechaa ti. Biyya dabalatee, bakka hawaasni Oromoo jiru maratti irreecha kabajuu eegalanii jiru. Asi Australia magaalaa Mellbourne keessattis hawaasni Dilbata kana ayyaana ...
Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata Dabree kabajamee oole. Haawaasni Oromoo Melbourne bakka heddumminaan argamanitti, Ayyaanni Irreechaa Daandenong bakka tarkaanfii kuma tokko jedhutti kabajame.